Luke 22:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ani isinitti hima, haga mootummaa Waaqaa keessatti muummottutti, ani deebi'ee sagalee Jila Irra Dabaramaa hin nyaadhu” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan anini jed'u, anini deebie inyaad'u haga Pasakaani Finna Waaqa keesati qit'ooftuuti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Anin akka haga sagaleen Dabarsaa Mootummaa Waaqaa keessatti qixxooftuuti, sagalee Dabarsaa itti deebi'ee hinnyaanne isanitti hima” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ani akkana isiniin jedha, haga jeennanni Rabbii raawwatamuuf ani duranaa deebi'ee kana irraa hin nyaadhu.» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ani akkana isiniin jedha, haga jeennanni Rabbii raawwatamuuf ani duranaa deebi'ee kana irraa hin nyaadhu.» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhossaan dhuga'aa ka waan kanaa Mootummaa Waaqaa titti muda maleessa ta'ee haga muldhatutti, ammaa achitti Irbaata Faasika'aa kana gonkumaa hin nyaadhu, isiniin jedha.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ani isinitti hima, haga mootummaa Waaqaa keessatti muummottutti, ani deebi'ee sagalee Jila Irra Dabaramaa hin nyaadhu» jedhe.