Luke 22:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Yesuus muduunuu fuudhee, Waaqaaf galata galchee, “Ho'aa, qoodama'a!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani inni mudunu fuud'e eebise waan jed'e, Kana fud'ad'a qoodad'a;
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan innii muduunuu fuudhee Waaqaa galata galchee, “Hoodhaa fudhadhaa qoodadhaa!
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Xuwwee ol fuudhee haga galatoonfateen maayessa akkana jedhe, «Hoo'aa; kana wolii qoodaa'a!
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Xuwwee ol fuudhee haga galateeffateen maayessa akkana jedhe, «Hoo'aa, kana wolii qoodaa'a!
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Yesus duloo ol fuudhee eega galateeffateen duubatti akkana ni jedhe, «Hoo'aa kana qoodamaa,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Yesuus muduunuu fuudhee, Waaqaaf galata galchee, «Hoo'aa, qoodama'a!