Luke 22:2 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Moototi hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee kolbaa waan sodaataneeranuuf, karaa Yesuus ittiin ijjeesanu barbaadane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani qaalole gugurdofi jari Seera beekhu kara Yesoni ijeesani barbaadani, waan biyya sodaataniifi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
jennaan qaallolee gugurdoo fi jarii seera beeku waan biyya soddaateef, karaa Yesus ijjeesaniin barbaade.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee gumii sodaatan malee attamiin akka isa balleessan yaada'aa turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Bulchoonni gadootaatii fi barsiisonni Seera Muuse'ee gumii sodaatan malee attamiin akka isa balleessan barbaada'aa turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti gaafatamoonni qeesotaatii fi barsiisonni seeraa ummata waan sodaataniif, Yesusiin qabanii toofittaa ittiin ajjeesaniin, dhossa'aan ni barbaadan ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Sooreyyiin hayyootaatii fi barsiisoti Seera Muuse'ee kolbaa waan sodaataneeranuuf, karaa Yesuus ittiin ijjeesanu barbaadane.