Luke 22:20 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Akkasuma, sagalee galgalaatiin duuba muduunuu fuudhee, “Muduunuun tun dhiiga kiyya ka isinii dhangala'een, gondooroo haareya.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akasuma eegi gololfatani mudunu fuud'e waan jed'eeni, Mudunuuni tunini ta d'iiga kiyya, ka isanii jissani, ka wold'aqisa haraa.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkasuma eegii gololfatan muduunuu fuudhee, “Muduunuun tunin ta dhiiga kiyyaa, ka isanii jissan, ka kakuu waldhaqisa haaraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma hurbaataan maayessa xuwwee ol fuudhee akkana jedhe, «Untoon kun waadaa haarawa dhiiga kiyya ka isinii jiguun raawwatamu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma hurbaata'aan maayessa xuwwee ol fuudhee akkana jedhe, «Untoon kun waadaa haarawa dhiiga kiyya ka isinii jiguun raawwatamu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kana irbaataan duubatti'llee duloo ol fuudhee isaanii kenneeti akkana isaaniin ni jedhe, «Duloon kun, waayee keessaniif ka jiguun ka raawwatamu waadaa haarawa.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkasuma, sagalee galgalaatiin duuba muduunuu fuudhee, «Muduunuun tun dhiiga kiyya ka isinii dhangala'een, gondooroo haareya.