Luke 22:21 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo kunoo, harki nama na dabarsee kennuu na woliin qorii keessa jira!
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo ilaala! Harki nama na gurguru ana woliini jira mesa kana gubba!
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ammoo laalaa! Harkii nama na gurguruu xarapheezaa kana gubbaa na waliin jiraa.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo dabarsee ka na kennu kunoo harki isaa na woliin hurbaata irra jira.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo dabarsee ka na kennu kunoo harki isaa na woliin hurbaata irra jira.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Garuu harki nama dabarssee ka ana kennuu kunoot, anaan woliin nyaachu'uutti ni jira.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo kunoo, harki nama na dabarsee kennuu na woliin qorii keessa jira!