Luke 22:23 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba isaan, isaan keessaa waan kana ka godhu eennu akka te'e wol gagaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri wolgaafate, Nu kana keesa eentu waan kana tolcha? jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii walgaafatee, “Nuu kana keessaa eentuu waan kana tolcha?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «nu keessaa namni waan kana godhu eennuun ta'inna?» jedha'aa wol gaafachuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee namni isaan keessaa waan kana godhu eennuun ta'inna jedha'aa wol gaafachuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Nu jiddu'uu waan kana ka raawwatu, kami inni?» jechu'uun, ufii isaaniitii wol ni gaafatan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba isaan, isaan keessaa waan kana ka godhu eennu akka te'e wol gagaafatane.