Luke 22:24 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessalle'ee eentu akka caalu odduu isaaniititti wol mormiin kaate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri wolmorme, Nu kana eennuti gudda? jed'e wolgaafate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii ergamtootaa ammoo, “Nuu kana keessaa eennuutti guddaa?” jedhee walmorke.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkasuma isaan keessaa namni nama maraa caalu eennu jedhanii wol morman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkasuma isaan keessaa namni nama maraa caalu eennu jedhanii wol morman.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aanssanii'llee inni, «Ka mara keenna caalu eennu?» jedha'aa, ufii isaaniitii wol mormmuu jala ni qaban.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessalle'ee eentu akka caalu odduu isaaniititti wol mormiin kaate.