Luke 22:25 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus isaaniin, “Moototi worra Yihudoota hin te'inii kolbaa ifii hin mooyan; bulchitooti isaaniille, ‘Bu'aa buuttuu kolba'aa’ ifiin jedhan.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni waan worraani jed'e, Aada lafa gula, hayyooti biyya mohatti, ammalle jaallaba worraatiini, Worra guddo nama qarqaaru jed'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan Yesus warraan, “Aadaa lafaa gula hayyootii biyya moohatti, ammallee jaallaba warraatiin, ‘Warra guddoo nama qarqaaru’ jedhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Mootonni banii irratti baallii qaban; worri isaan irratti aangoo qaban worra waan mishaa hojjate› jedhaman.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee akkana isaaniin jedhe, «Worri Yihuudota hin taanetu isin bulcha; worri isaan irraan mooyan worra arjooman› ufiin jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu akkana isaaniin ni jedhe, «Nugusonni biyya lafa kanaa ummata irratti aangoo ni qaban, bulchitoonni'llee ummataaf waan mishaa raawwattoota ni jedhaman,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus isaaniin, «Moototi worra Yihudoota hin te'inii kolbaa ifii hin mowan; bulchitooti isaaniille, ‹Bu'aa buuttuu kolba'aa› ifiin jedhan.