Luke 22:26 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isin keessatti ammoo akkas hin te'in; isin keessaa caalaan akka maandhichaa te'uu ti; sooressille akka tajaajila'aa te'uu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo isani akasiiniti; nami isani keesa nama ch'ufa ira gudda akuma maand'a ha tahu, ammalle nami nama dura deemu akuma hojattu ha tahu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan ammoo akkasiiniti, namii isan keessaa nama cufaa irra guddaa akkuma maandhaa ha ta'uu, ammallee namii nama dura deemu akkuma hojjataa ha ta'uu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin biratti ammo akkasi hin ta'in; san caalaa isin keessaa ka hangafa ta'e akka maandha'aa; ka bulchaa ta'ellee akka tajaajila'aa haa ta'uu.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin ammoo akkasi hin ta'inaa; Haata'uu ammoo isin keessaa ka guddaa ta'e akka maandha'aatitti, ka bulchullee akka tajaajila'aa haata'uu.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin garuu akka isaanii ta'uu hin malu, kana irra isin keessaa ka guddaa ta'e akka diqqa'aa haa ta'u, itti gaafatamaa ka ta'e'llee akka tajaajila'aa haa ta'u.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin keessatti ammoo akkas hin te'in; isin keessaa caalaan akka maandhichaa te'uu ti; sooressille akka tajaajila'aa te'uu ti.