Luke 22:27 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Ka caalu eennu? Ka sagalee areerratiisaaf tee'u moo, ka areeru? Ka areerratiisaaf tee'uu motii? Ani ammoo isin oddu'utti akka areertu'uu ti.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Eentu ira jira, nami sagale nyaataa tau mo ka gololchu? Nami sagale nyaataa tauniti? Ammo anini jiddu teesani keesati aka nama nama gololchu jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Nama sagalee nyaataa taa'u moo ka gololchuutti irra jira? Nama sagalee nyaataa taa'uunitii? Anin ammoo jidduu teessan keessatti akka nama nama gololchuu jira.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Ka hurbaataaf taa'e yookaan ka hojjatu keessaa kamtu gudda'a? Ka taa'ee mitii? Ani ammo isin eddu'utti akka hojjata'aati.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Ka hurbaata'aaf taa'e yookiin ka hojjatu keessaa kamtu gudda'a? Ka taa'ee mitii? Ani ammoo isin eddu'utti akka hojjata'ati.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka nyaataa taa'ee ka nyaatuu fi ka dhaabatee tajaajilu kamittu wolii gudda'a? Gudda'a ka jedhamu ka nyaataaf taa'ee jiruu mitii? Ani garuu isin jiddu'uutti akka tajaajila'aati.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ka caalu eennu? Ka sagalee areerratiisaaf tee'u moo, ka areeru? Ka areerratiisaaf tee'uu motii? Ani ammoo isin oddu'utti akka areertu'uu ti.