Luke 22:28 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isin worra rakkinna kiyya keessatti ana woliin turtane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani yayu na woliini teetani ilaalacha tiyya ch'ufa keesa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan rakkoo tiyya cufa keessa yaayyuu na waliin teettan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isin hennaa rakkinna kiyyaa na woliin jabaattanii jiraattaniirtan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo isin hennaa rakkinna kiyya na woliin jabaatanii jiraataniiran.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isin yeroo rakkinnaa kiyyaa marattuu ana woliin jabaattanii turtanii jirttan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isin worra rakkinna kiyya keessatti na woliin turtane.