Luke 22:29 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Akkuma abbaan kiyya ana mootonse, anille isin hin mootonsa.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Akuma abbaani kiyya hayyuma naa qoode, anileeni isanii qooda.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Akkuma abbaan kiyya hayyummaa naa qoodee, anilleen isanii qooda.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Akkuma abbaan kiyya na muude Anillee ammo jeennata tiyya keessatti hurbaata kiyya nyaata'aa dhuga'aa gosa Israa'elii kudha lamaan irratti akka murteessitan; jeennata keessa akka teettan isin muudeera.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Akkuma abbaan kiyya na muude Anillee ammoo mootummaa kiyya keessatti hurbaata kiyya nyaataa dhugaa gosa Isiraa'elii kudha lamaan irratti akka murteessitan teessoo mootummaa irra akka teettan isin muudeera.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf akkuma abbaan kiyya ana muude, ani'llee isin ni muuda.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Akkuma abbaan kiyya ana mootonse, anille isin hin mootonsa.