Luke 22:3 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba Seexanni, barattoota kudhanii lamaan keessaa tokko ka te'e, Yihudaa nama biyya Keriyootii seene.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jennaani Sheet'ani Yuda ka Iskariote jed'ani, ka jara kud'ani lama kaani keesa jiru, seene.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan sheexanii Yihudaa Keriyot jedhan, ka jara kudhanii lamaa kaan keessa jiruutti gale.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Seexanni darasoota kudha lamaa keessaa Yihuudaa nama biyya Keriyooti jedhamutti gale.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Seexannillee darasoota kudha lamaa keessaa Yihuudaa nama biyya Asqorotu'uu jedhamutti gale.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti barattoota isaa kudha lamaan keessaa tokko ka ta'e, Yihudaa nama biyya Asiqortu'uu titti Sheexanni ni gale.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba Seexanni, barattoota kudhanii lamaan keessaa tokko ka te'e, Yihudaa nama biyya Keriyootii seene.