Luke 22:30 — Compare Translations

5 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Mootummaa tiyya keessatti qorii tiyya keessaa hin nyaattan, hin untan, barcumaa mootumma'aa irra teettanee gosa Israa'elii kudhanii lama irrattille hin murtan” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Isani mesa kiyya gubbati nyaattani d'uddani, barch'uma guddinna ira teetani gosa kud'ani lama ta Israeli qortani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Isan xarapheezaa kiyya gubbaatti nyaattanii dhuddan, barcumaa guddinnaa irra teettaniitti gosa kudhanii lamaa ta Israa'elitti murtan” jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Mootummaa kiyyatti'llee yaataaf teettanii ni nyaattan, ni dhugiddan, teessoo irra teettanii gosoota kudha lamaan Israa'eelii irratti'llee, ni murtteesitan.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Mootummaa tiyya keessatti qorii tiyya keessaa hin nyaattan, hin untan, barcumaa mootumma'aa irra teettanee gosa Israa'elii kudhanii lama irrattille hin murtan» jedhe.