Luke 22:31 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus, “Simoon, Simoon, dhage'i! Seexanni isin maraa akka qamadi'ii wobansiisaaf gaafateera.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Simoni, Simoni, ilaali, Sheet'ani, akuma dargaye hafarsani ya aka isani hafarsu kad'ate argate.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus, “Simoon, Simoon, laal, sheexanii, ya akkuma dargaayyee hafarsan isan hafarsuuf kadhatee argatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gooftaan ammallee akkana jedhe, «Simoon! Simoon! kunoo, seexanni akka qamadi'ii isin gingilchu'uuf na kadhate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gooftaanillee, «Simoon, Simoon, kunoo, seexanni akka qamadi'ii isin gingilchu'uuf na kadhate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Simoon! Simoon! Kunoo, akkuma qotee bulaan qamadii hafarssee ibbiqiin adda baasu, akkuma kana sheexanni isin hafarssu'uuf ni barbaade.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus, «Simoon, Simoon, dhage'i! Seexanni isin maraa akka qamadi'ii wobansiisaaf gaafateera.