Luke 22:33 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo, “Gootta'a, ani si woliin gara mana hidha'aa dhaqiisaa fi du'iisaafille qophoyeera” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Petroni waan jed'eeni, Aabbo, anini kurfo jira aka si woliini deemu fulla hid'aansatiifi duisale.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros deebisee, “Aabboo, anin fulaa hidhansaatii fi du'aallee si waliin akka deemuu kurfoo jira” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Innillee akkana jedheen, «Gooftaa kiyya! ani gara mana hidha'aatii fi gara du'aallee si woliin deemu'uuf qophaayeera»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee, «Gooftaa kiyya, ani gara mana hidha'aatii fi gara du'aallee si woliin deemu'uuf qophaayeera» isaan jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros'llee, «Yaa Gooftaa! Hidhamiinsaa fi ta'ee du'uuf'llee si'iin woliin deemu'uuf, ani qophaaya'a!» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo, «Gootta'a, ani si woliin gara mana hidha'aa dhaqiisaa fi du'iisaafille qophoweera» jedhe.