Luke 22:38 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barattooti, “Ilaa, Gootta'a, goraadeen lamaan as jira” jedhane. Jennaan inni deebisee, “Hin geya!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Aabbo, ilaali, sheefti lamati arma jira! Inni waan jed'eeni, Ingeeti.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Aabboo, laal, goraadee lamaatti arma jiraa!” jennaan inniilleen deebisee, “ingeetti” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaanillee, «Gooftaa! kunoo guraadee lamatu as jira» jedhaniin; Innillee, «Hin gaya!» isaaniin jedhe
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Kunoo, Gooftaa kiyya, guraadee lamatu as jira» jedhaniinii jennaan. Innillee «Hin gaya!» isaaniin jedhe
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni isaa'llee, «Yaa Gooftaa! Kunoo asi bilaya lamaa ni jiran!» jedhaniin. Inni'llee, «Ni gaya!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barattooti, «Ilaa, Gootta'a, shallaagaan lamaan as jira» jedhane. Jennaan inni deebisee, «Hin geya!» jedhe.