Luke 22:40 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Addee san yennaa geye, isaaniin, “Ataabamiisatti akka hin galle daadimadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Arti gahe jennaani waan worraani jed'e, Kad'ad'a aka ilaalacha keesa inseenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Arti ga'e jennaan warraan, “Akka ilaalachaa keessa hinduun kadhadhaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haga hulee san gaye, «Ataabe'etti akka hin galle dammaqa'aa Rabbiin kadhadhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hulee san haga gaye, «Ataabe'etti akka hin galle dammaqa'aa faateffadhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Achi'llee yeroo gayetti Yesus, «Gara qormaataa titti akka hin aseenneef kadhadhaa!» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Addee san yennaa geye, isaaniin, «Ataabamiisatti akka hin galle daadimadha'a!» jedhe.