Luke 22:41 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba haga qolansaa dhaka'aa isaan irraa fagaatee jilbiiffatee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga darba d'akha worra bira deeme, jilbifate kad'ate waan jed'e,
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga darba dhakaa warra biraa deemee, jilbiiffatee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan irraa haga darbata dhaga'aa fagaatee jilbiiffatee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan irraa haga darbata dhaga'aa fagaatee jilbiinfatee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti haga darbata dhaga'aa isaan irraa achi fagaatee ni deeme, jilbbiiffatee'llee akkana jechu'uun ni kadhate,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba haga qolaansaa dhaka'aa isaan irraa fagaatee jilbiiffatee,