Luke 22:42 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Abba'a, yoo fedha keeti te'e, muduunuu rakkinnaa tana ana irraa fuudhi; ammoo akka fedha kiyyaa adoo hin te'in, akka fedha keetii te'uu ti!” jedhee daadimate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Aabbo, yo feete, mudunu tana nara fuud'i; tatule fed'i tiyyaniti, ammo tante ha taatu. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Ee Aabboo, yo feete, muduunuu gaargalaa tana narraa fuudhi; ammoo akka fedhii tiyyaa adoo hinta'in, akka fedhii tanteetii ha taatuu!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Abbaa kiyya fedhii kee yoo ta'e mijuu tana na irra dabarsi. Haa ta'uu ammo fedhii kee malee kiyyaa hin ta'in» jedha'aa faateffate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Abbaa kiyya fedhii kee yoo ta'e untoo tana narra dabarsi. Haata'uu ammoo fedhii kee malee kiyyaa hin ta'in jedhaa faateffate.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Yaa Abbaa! Fedhii kee yoo ta'e duloo rakkinnaa kana, ana irraa fageessi! Garuu fedhii kee haa ta'u malee fedhiin kiyya hin ta'in.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Abba'a, yoo fedha keeti te'e, muduunuu rakkinnaa tana na irraa fuudhi; ammoo akka fedha kiyyaa adoo hin te'in, akka fedha keetii te'uu ti!» jedhee daadimate.