Luke 22:43 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Achiin duuba ergamaan ol-gubba'aa mudhatee isa jajjabbeesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Malaikaani gubba isati mullatte garaa isaa jabeesite.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yoosuma Ergamaan Waaqaa tokko gubbaa isaatti mullatee garaa isa jabeesse.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Achiin maayessa Maleekkaan isa jajjabeessu samii irraa dhufe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Achiin maayessa Maleekkaan isa jajjabeessu samii irraa dhufe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yeroo sanitti maleyikkaan isa jajabeessu sami'ii dhufee itti ni muldhate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Achiin duuba ergamaan ol-gubba'aa mudhatee isa jajjabeesse.