Luke 22:45 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Daadimata irraa ka'ee gara barattootaa yennaa deebi'ee dhaqe, gaddaan waan bututaneeranuuf rafaneeranuun dhagge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Kad'achaa kaanaani, jara ufiti d'ufe, worra maro lalefachatiifi rafu arge
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Kadhachaa irraa ka'ee gara jara ufii dhufee, warra marroo laaleffachaatiif rafu argee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa faatee irraa ka'e gara darasoota ufii dhufee waan guddisee gaddee tureef dadhabanii ka rafaniiran argee,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa faatee irraa ka'e gara darasoota ufii dhufee waan guddisee gaddee tureef dadhabanii ka rafaniiran argee,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Bakka kadhanna'aatii ka'ee gara barattoota isaa ni dhufe, baay'inna gaddaa irraa kan ka'een rafanii isaan argateeti, akkana isaaniin jedhe,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Daadimata irraa ka'ee gara barattootaa yennaa deebi'ee dhaqe, gaddaan waan bututaneeranuuf rafaneeranuun dhagge.