Luke 22:46 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni isaaniin, “Maaf rattan? Akka ataabe'etti hin galle ka'aatii daadimadha'a!” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, Maafi raftani? Kakaa, kad'ad'a, aka ilaalacha keesa inseenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Maaf raftan? Ka'aa, akka ilaallachaa keessa hinduune kadhadhaa!” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Maaf raftan? ataabe'etti akka hin galle ka'aatii dammaqa'aa Rabbiin kadhadhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Maaf raftan? ataabe'etti akka hin galle ka'aatii dammaqaa faateffadhaa'a!» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
«Waayee maali'iitiif raffittanii? Kana irra gara qormaataa titti akka hin aseeneef, ka'aatii kadhadhaa» isaaniin jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni isaaniin, «Maaf rattan? Akka ataabe'etti hin galle ka'a'aatii daadimadha'a!» jedhe.