Luke 22:49 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Worri Yesuus woliin jiranu waan te'aaru yennaa dhaggane, “Gootta'a, gorade'een dhoonnuu?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Jari isa woliini jiru waan kana arginaani waan jed'eeni, Aabbo, sheeftini d'oomna?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jarii isa waliin jiru waan kana arginaan, “Aabboo, goraadeen dhoomnaa?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Worri isa woliin jiran waan ta'aaru haga argan, «Gooftaa'a! guraade'een dhoofnuu?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Worri isa woliin jiran waan ta'aaru haga argan, «Gooftaa kiyya, guraade'een dhoofnuu?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barattoonni Yesusiin woliin turan'llee, haala dhimmichaa yeroo arganitti, «Yaa Gooftaa! Bilayaan isaan haa dhoofinnuu ree?» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Worri Yesuus woliin jiranu waan te'aaru yennaa dhaggane, «Gootta'a, shallaaga'aan dhoonnuu?» jedhane.