Luke 22:5 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan guddoo gammadanee beesee isaaf kenniisaaf wolii galane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri gammade, aka hori isaa kennani wold'aqani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warriilleen gammadee, akka horii isaa kennan waldhaqan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan gammadanii birrii isaa kennu'uuf wolii galan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee gammadanii birrii isaa kennu'uuf wolii galan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isan'llee dhimmichaan gammadanii, qarshii isaa kennu'uuf wolii ni galan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan guddoo gammadanee beesee isaaf kenniisaaf wolii galane.