Luke 22:50 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan keessaa tokkochi, tajaajilaa hayyicha gudda'aa dhowee, gurra middaa irraa kute.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Nami toko worra keesa garbicha qaallicha gudda d'ae, gurra mirgicha iraa kute.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warruma keessaa namii tokko hojjataa qaallicha guddaa dha'ee, gurra mirgicha irraa kute.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan keessaa tokkochi hojjataa bulchaa gadootaa dhayee gurra mirgaa irraa mure.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaan keessaa tokkochi, hojjataa bulchaa gadootaa dhayee gurra mirgaa irraa mure.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isan keessaa'llee tokko tajaajilaa qeesicha ol aana'aa bilayaan dhayeeti, gurra isaa ka mirgaa ni mure.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan keessaa tokkochi, tajaajilaa hayyicha gudda'aa dhowee, gurra middaa irraa kute.