Luke 22:51 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus ammoo, “Lakkisa'a! Tun hin dabalamin” jedhee gurra namichaa qaqqabee fayyise.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Yesoni waan jed'eeni. Ingeeti! Lakisa! Duuba gurra isaa tuqe fayyise.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus ammoo, “Lakkisaa, waan akkana itti hindeebi'inaa” jedhee gurra isaa tuqee fayyise.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus ammo deebisee, «Dhiisaa'a! waan kana itti hin deebi'inaa'a!» jedhee gurra namichaa qaqqabee fayyise.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus ammoo deebisee, «Dhiisaa'a! waan kana itti hin deebi'inaa'a» jedhee gurra namichaa qaqqabee fayyise.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus garuu, «Dhiisi! Waan akkanaa kana deebitee hin raawwatin!» jedhe, gurra namichaa'llee qaqabee ni fayyiseen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus ammoo, «Lakkisa'a! Tun hin dabalamin» jedhee gurra namichaa qaqqabee fayyise.