Luke 22:55 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yennaa isaan dalleya wodhakka'atti ibidda gabbissanee wolitti dacha'anee tee'ane, Pheexroosille isaan woliin tee'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ibida ch'icha durati bobeesani qanqamatani, Petroni jiddu worra keesa tae.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Fulaa warrii ibidda cichaa duratti bobeessee taa'ee waliin qanqaamatuutti, Phexros jidduu warraa keessa taa'e.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa jarri dallawa keessatti ibidda bobeessan Pheexroosillee gara ifaatiin edduu isaanii taa'ee uduu jiru,
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa jarri dallawa keessatti ibidda bobeessan Pheexroosillee gara ifaatiin edduu isaanii taa'ee uduu jiru,
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Namoonni'llee moonaa keessatti ibidda qabsiisanii, tokkuma'aan ta'anii jiran ture. Phexiros'llee dhufee isaan woliin ni taa'e.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yennaa isaan badhinna dalleyaa wodhakka'atti ibidda gabbisanee wolitti dacha'anee tee'ane, Pheexroosille isaan woliin tee'e.