Luke 22:56 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Intalti tajaajiltuun takka, ifa ibiddaa qarqara tee'eeruun isa dhaggitee, hubattee, “Namichi kunille isa woliin jiraayyu” jette.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Intalti toko, ato inni fulla ifsa ibida tau, isa agarte ila iti qabde waan biyyaani jette, Namichi kunileeni isa woliini jira.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Adoo innii fulaa ibsee ibiddaa taa'uu, intaltii takka isa gartee, ila itti qabdee biyyan, “Namichii kuniilleen isa waliin jira” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hojjattuun takka xiinxallitee laaltee, «Kunillee Yesuusiin woliin ture» jette.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hojjettuun takka xiinxallitee laaltee, kunillee isa woliin ture jette.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros ibidda bira taa'ee uduu jiru hojjatuun manaa takka ifa ibiddaatiin ni argiteen, gara isaa guutattee laaltee'llee, «Kun'llee Yesusiin woliin ni ture!» jette.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Intalti tajaajiltuun takka, ifa ibiddaa qarqara tee'eeruun isa dhaggitee, hubattee, «Namichi kunille isa woliin jiraayyu» jette.