Luke 22:57 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Inni ammoo, “Intaa, ani isa hin beeku” jedhee mormate.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo inni mormate waan jed'e, Intala, anini isa imbeekhu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Innii ammoo mormatee, “Intala, anin isaayyuu hinbeeku” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni ammo, «Intalattii nana! ani isa hin beeku» jedhee waakkate.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni ammoo, «Intalattii nana, ani isa hin beeku» jedhee gane.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Dubarttii nana! Ani isa hin beeku!» jechu'uun, ni waakkateen.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Inni ammoo, «Intaa, ani isa hin beeku» jedhee mormate.