Luke 22:59 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gara sa'aatii takka'aatiin duuba nami dhibiin, “Nama Galiila'aa waan te'eef, dhugumaan namichi kunille isaan woliin jiraayyu” jedhee itti jabeesse.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Haga saa toko teennaani nami d'ibiini ammalle dubbi tana quufu dide waan jed'e, D'uguma namichi kuni isa woliini jira; inni nama Galilayati.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Haga saatii tokkoo teennaan namii dhibiin ammallee dubbii tana quufuu didee, “Dhugumaa namichii kunin isa waliin jira, innii nama Galiilaatii” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Gara sa'aatii tokkoo haga tureen maayessa, «Namni biraallee inni nama Galiila'aati; dhugamaan namichi kunillee isa woliin jira» jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Gara sa'aatii tokkoo haga tureen maayessa, «Namni biraallee inni nama Gaaliilaati dhugamaan namichi kunillee isa woliin jira» jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Haga saa'aatii tokkoo turee'llee, naminni bira'aa tokko Phexirosiin, «Naminni kun nama biyya Galiila'aatii, dhugamaanuu isa woliin ni ture!» jechu'uun, cimssee ni dubbate.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gara saatii takka'aatiin duuba nami dhibiin, «Nama Galiila'aa waan te'eef, dhugumaan namichi kunille isaan woliin jiraayyu» jedhee itti jabeesse.