Luke 22:6 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Marre Yihudaan wolii galee, addee gumiin hin jirretti Yesuus dabarsee isaaniif keenniisaaf, yennaa dagu'uu barbaadatiisatti ka'e.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yudani, Ee jed'e, aka d'ossaani Yeso harka worrati kennu herege.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yihudaan hataatuu jedhee, akka dhossaan Yesus harka warratti kennu herrege.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni maarre jedhe; bakka baniin hin jirretti dabarsee isaanitti kennu'uuf hennaa isaa tolu soqa'aa ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Innillee maarre jedhe; bakka baniin hin jirretti dabarsee isaanitti kennu'uuf hennaa isaa tolu soqa'aa ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Dhimmichaan wolii galanii ummanni uduu hin beekin Yesusiin dabarssee kennu'uuf, yeroo mijaayaa ni barbaada ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre Yihudaan wolii galee, addee gumiin hin jirretti Yesuus dabarsee isaaniif kenniisaaf, yennaa dagu'uu barbaadatiisatti ka'e.