Luke 22:60 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Pheexroos ammoo, “Namicha, waan ati dubbatiisatti jirtu kana ani hin beeku!” jedhe. Adoo inni tana dubbatiisatti jiruu, lukkuun iyyite.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo Petroni waan jed'eeni, Abbo, waan atini jettu anini imbeekhu. Hojuma suni, ato inni dubbatu, kormi luku iye.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Phexros ammoo, “Abboo, waan atin jettu anin hinbeeku” jedhe. Yoma sun, adoo innii dubbachuu jiruu, kormii lukkuu iyye.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Pheexroos ammo deebisee, «Namicha nana waan ati jettu kana ani hin beeku!» jedhe. Uduma inni kana dubbata'aaru lukkuun iyye.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Pheexroos ammoo deebisee, «Namicha nana waan ati jettu kana ani hin beeku!» jedhe. Uduma inni kana dubbataaru, lukkuun iyye.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Phexiros garuu, «Nama nana! Waan ati jettuu hin beeku!» jedhe. Kana dubbata'aa uduu jiru, bakkumatti lukkuun ni iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Pheexroos ammoo, «Namicha, waan ati dubbatiisatti jirtu kana ani hin beeku!» jedhe. Adoo inni tana dubbatiisatti jiruu, lukkuun iyyite.