Luke 22:64 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ila isaa hidhanee, “Eentu si dhowe? Raagi me!” jedhaa isa gaafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ila hid'ani isa gaafatani waan jed'aniini, Fagi! Eentu si d'ae?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Ilaallee hidhanii, “Eentu si dha'e? Raagii nutti himi!” jedhaniin.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan ija isaa hidhanii, dhaya'aa waan turaniif, «Ka dhabanaasa'aan si dhaye eennu? Mee raaga dubbadhu!» jedha'aa isa gaafatan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee ija isaa hidhanii, dhayaa waan turaniif, «Ka dhabanaasaan si dhaye eennu? Mee raaga dubbadhu!» jedha'aa isa gaafatan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Fuula isaa'llee haguugga'aa, «Eenutu si dhaye? Nabiyyii yoo taate mee beeki!» ni jedhaniin ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ila isaa hidhanee, «Eentu si dhowe? Raagi me!» jedhaa isa gaafatane.