Luke 22:65 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Waan hedduu jedhaa isa arrassane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Waan, heddu iti dubbatani arabsani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Waan hedduu itti dubbatanii arrabsan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan biraallee waan hedduu jedha'aa arrabsa'aanii turan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan biraallee waan hedduu jedha'aa arabsa'aanii turan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isa irratti'llee waan baayi'ee dubbata'aa, ni arrabisaniin turan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Waan hedduu jedhaa isa arrassane.