Luke 22:69 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Ammoo Ilmi Namaa ammaa jalqabee, midda Waaqa waan mara dande'uutitti hin tee'a” jedheen.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo armaa achi Ilmi Nama jabeenna Waaqa keesa harka mirgaa taa.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
ammoo armaa achi ilmii namaa jabeenna Waaqaa keessa harka mirgaa taa'a” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo amma irraa jalqabee, Ilmi Namaa mirga hunna Rabbii taa'a!» jedheen.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo amma irraa jalqabee, Ilmi Namaa mirga hunna Rabbii taa'a» jedheen.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
garuu ammaa jalqabee Ilmi Namaa huminna isaatiin, mirga Waaqaatiin ni taa'a.»
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Ammoo Ilmi Namaa ammaa jalqabee, midda Waaqa waan mara dande'uutitti hin tee'a» jedheen.