Luke 22:71 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Jennaan isaan, “Nuutuu afaan isaa irraa dhageennee, dhugaa dhibii maaf barbaanna?” jedhane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'e, D'uga d'ibi maani iraa feena? Nu yayu d'ageenne waan inni afaani ufitiini jed'e.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Jennaan warrii, “Waan innii afaan uftiin jedhe, nuu ya dhageennee, dhugaa dhibii maan irraa feenna?” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Nu'uu afaan isaatii dhageenneerra, ammaa achi ragaa maal nu barbaachisa?» jedhan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Nu'uu afaan isaatii dhageenneera, ammaa achi ragaa maal nu barbaachisa?» jedhan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Eegaa ragaa maal nuuf barbaachisa? Kunoo, dubbii afaan isaatii bayeef, nu mataan keennaa dhageennee jirra!» jedhan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Jennaan isaan, «Nuutuu afaan isaa irraa dhageennee, dhugaa dhibii maaf barbaanna?» jedhane.