Luke 22:8 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, “Sagalee Jila Irra Dabaramaa akka nyaannuuf, dhaqa'aatii nu'uuf qopheessa'a!” jedhee erge.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yesoni Petrofi Yohana erge waan jed'eeni, Beena, sagale Pasaka nu mid'aasa aka nuleeni nyaannu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Yesus Phexrosii fi Yoh. aannis ergee, “Beenaa, akka sagalee Dabarsaa nyaannu nuu qopheessaa!” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Hurbaata Ayyaana Faasiika'aa akka nyaannu deema'aatii qopheessaa'a!» jedhee isaan erge.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Hurbaata Ayyaana Faasiika'aa akka nyaannu deema'aatii qopheessaa'a!» jedhee isaan erge.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Yesus, «Irbaata Faasika'aa akka nyaannuuf deema'aatii, nuuf qopheessaa!» jechu'uun, Phexirosii fi Yohaannisiin ni erge.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Yesuus Pheexroosii fi Yohaannisiin, «Sagalee Jila Irra Dabaramaa akka nyaannuuf, dhaqa'aatii nu'uuf qopheessa'a!» jedhee erge.