Luke 22:9 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Eessatti akka qopheessinuuf barbaadda?” jedhanee isa gafatane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Worri waan jed'eeni, Nu eesati mid'aasinu feeta?
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Warrii, “Akka nu eessaatti qopheessun feeta?” jedheen.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan, «Eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhaniin.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isaanillee, «Eessatti akka sii qopheessinu barbaadda?» jedhaniin.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Isaan'llee, «Irbaata Faasika'aa eessatti akka qopheessinuuf barbaadda?» jechu'uun, ni gaafataniin.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Eessatti akka qopheessinuuf barbaadda?» jedhanee isa gaafatane.