Luke 23:13 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos mootota hayyootaa, sooressitootaa fi kolbaa waamee,
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni qaalole gugurdofi jara gugurdafi biyya yaame
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos qaallolee gugurdoo, jara gugurdaa biyya bulchuu fi biyya yaamee,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Kanaan maayessa Philaaxoos bulchoota gadootaa, aango qabeeyyi'ii fi banii wolitti waamee akkana isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Philaaxoosillee bulchoota gadootaa aango qabeeyyi'ii fi banii wolitti waamee akkana isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaan duubatti Philaaxos itti gaafatamoota qeesotaa, dursitoota ummataatii fi ummata'llee dabalee, bakka tokkotti ni waame,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos sooreyyii hayyootaa, sooressitootaa fi kolbaa waamee,