Luke 23:14 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
“Namichi kun kolbaa jallisiisa jettanee, qaddanee gara kiyya fiddane; anille isinuma duratti isa qoree, waan isin isa himattane keessaa yakkaa tokkolle isa irratti hin dhaggine.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
waan jed'eeni, isani nama kana natiini d'uftani, inni nama wolti yake jettani isa himattani. Anini isani durati gaafannaani jallu isani isa himattanini tokole ingarre.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
“Isan nama kana nattiin dhuftaniitti, innii nama walti yakke jettanii isa himattan. Anin isanuma duratti gaafannaan jallu isan isa himattaniin tokkoollee irratti hingarre,
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isin, «Namichi kun gumii dogoggorsa jettanii nama kana gara kiyya fiddan, kunoo afoo keessanitti qoradhee waan isin isa himattaniif yakka tokkollee nama kana irratti hin argine.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Isin, «Namichi kun gumii dogoggorsa jettanii nama kana gara kiyya fiddan, kunoo afoo keessanitti qoradhee waan isin isa himattaniif yakka tokkollee nama kana irratti hin argine.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkana'llee isaaniin ni jedhe, «Ummata ‹jeequmssaaf kakaasa› jettanii, nama kana gara kiyya ni fidaniin, ani'llee kunoo, isin duranatti qoradheenii himannaa isa irratti dhiyeesitan mara keessaa nama kana irratti, balleesaa woyiituu itti hin arganne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
«Namichi kun kolbaa jallisiisa jettanee, qaddanee gara kiyya fiddane; anille isinuma duratti isa qoree, waan isin isa himattane keessaa yakkaa tokkolle isa irratti hin dhaggine.