Luke 23:15 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Heroodisille waan yakkaa isa irraa dhabeef deebisee nutti ergeera; akkuma dhaggitanu, waan muraa du'aatiin isa geyu tokkolle hujee hin jiru.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Yokhaani Herodeleeni woma ingarre, tanaafi inni isa nuti deebise. Wonti inni tolche ta duu maleefi tokoleeni injirtu.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Herodisiilleen akkasuma homaa irraa dhabe, tanaaf innii isa nutti deebise. Wantii innii tolche ta du'uu maleef tokkoolleen hinjirtu.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Heroodis ammo womaa irratti waan hin argineef gara keenna deebiseera; waan isa ajjeesisu womaa hin goone.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Heroodisillee ammoo womaa irratti waan hin argineef gara keenna deebiseera, waan isa ajjeesisu womaa hin goone.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Akkuma kanaan Heerodis'llee balleessaa woyiituu waan itti hin argatiniif gara keenna deebisee ergeenii jira, eegaa naminni kun waan du'aan isa gayaa womaayyuu hin raawwanne.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Heroodisille waan yakkaa isa irraa dhabeef deebisee nutti ergeera; akkuma dhaggitanu, waan muraa du'aatiin isa gewu tokkolle hujee hin jiru.