Luke 23:16 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Tanaaf dhaansiisee isa gad lakkisa” jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Tanaafi anini isa d'aane galakisa. [
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Tanaaf anin isa dhaneetti galakkisa” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Eegasuu adabee isa hiika.»
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Eegasuu adabee isa hiika.»
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf dhaaneenii gad ni dhiisaan.» [
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Tanaaf dhaansisee isa gad lakkisa» jedhe.