Luke 23:17 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
[Philaaxoos wogguma wogga'aan yannaa Jila Irra Dabaramaa worra hidhamane keessaa nama tokkocha kolba'aaf hiiku'uu male.]
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni guyya jila Pasaka ch'ufa nama toko hiikhu male.]
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos guyyaa jila dabarsaa cufaa nama tokko hiikuu male.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
[Hennaa ayyaanaa nama hidhame tokko hiikuun aadaa isaanii waan ta'eef.]
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa ayyaanaa nama hidhame tokko hiikuun aadaa isaanii waan ta'eef.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Woggaa wogga'aan ayyaana Faasika'aa titti Philaaxos, hidhamaa tokko ummataaf gad ni dhiisa ture]
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
[Philaaxoos wogguma wogga'aan yennaa Jila Irra Dabaramaa worra hidhamane keessaa nama tokkocha kolba'aaf hiiku'uu male.]