Luke 23:18 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Gumiin duudiin, “Namicha kana balleessi! Barabbaa nu'uuf hiiki!” jettee itti hogitte.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gumiini ch'ufti ch'aarte waan jette, Nama kana nuraa balleesi, Baraba nu hiikhi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Gumiin cuftii iyyitee, “Nama kana nurraa balleesii, Barabbaa nu hiikii” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Isaan maruu wol ta'anii, «Namicha kana balleessi Baarbaaniin nuu hiiki!» jedha'aa wocan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Marti isaaniituu wolta'anii, «Namicha kana balleessi Baarbaaniin nuu hiiki!» jedha'aa wocan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Kanaaf ummanni marrinuu, «Nama kana dhabamisiis! Barbaaniin garuu nuuf hiiki!» jedha'aa, qoonqqa tokkoon ni iyyan.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Gumiin duudiin, «Namicha kana balleessi! Barabbaa nu'uuf hiiki!» jettee itti hogitte.