Luke 23:19 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Barabbaan qachaa keessatti waan nageya booresseeruu fi nama ijjeeseeruuf mana hidha'aatitti hidhamee ture.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Baraba, waan inni dira keesa lola baase nama ijeeseefi hid'ani.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Barabbaa, waan innii dira keessatti lola baasee nama ijjeeseeef hidhan.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Inni waan qachaa booreessee namallee ajjeeseef mana hidha'aatitti hidhamee ture.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Inni waan qachaa booressee namallee ajjeeseef mana hidha'atitti hidhamee ture.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Barbaan magaalaa keessatti jeeqama kaasu'uu fi sababa nama ajjeesu'uutiin'llee, nama mana hidha'aa titti hidhame ture.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Barabbaan qachaa keessatti waan nageya booresseeruu fi nama ijjeeseeruuf mana hidha'aatitti hidhamee ture.