Luke 23:2 — Compare Translations
7 translations compared side by side
Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan, “Namichi kun kolbaa teenna jallisiisee, mootii worra Rooma'aatiif gibra gabbaruu dhooggee, ani Masiihii mooti'i ifiin jedhuun qanneera” jedhaa isa himatiisatti ka'ane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Himacha iti kaani waan jed'ani, Namichi kunini gosa teenna yake damoosa Kaisari imbaasina jed'e, Ammalle isaa, anini, hayyu ufiini jed'u d'ageenne.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
himachaa itti kaa'atee “Namichii kunin gosa teenna yakkee ‘Hayyicha Roomaa Qiisarii qaraxaa hinbaasiinaa’ jedhe; ammallee isaa, anin Kiristoo hayyuu ufiin jedhu dhageenne” jette.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
«Kun gumii keenna dogoggorsa'aa, Qeesaarii fi mootii worra Rooma'aatii gibira akka hin kaffallee yoo dhooggu, akkasuma Ani Kiristoosii mooti'i yoo jedhu dhageenne» jedhanii himachuu jalqaban.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
«Kun gumii keenna dogoggorsa'aa, Qeesaarii fi mootii worra Rooma'aatii gibira akka hin kaffallee yoo dhooggu, ammo Ani Kiristoosii mooti'i uduu jedhu argine» jedhanii himachuu jalqaban.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
akkana'llee jedha'aa himachu'uunii jala ni qaban, «Naminni kun ummata keenna yoo dogoggorssu ni arganneen, nugusa Rooma'aatiif gibirri akka hin kafalamnne ni dhoogga, akkuma kana'llee, ‹ani nugusa Masihicha› » jedha'aa, ni dubbata,
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan, «Namichi kun kolbaa teenna jallisiisee, mootii worra Rooma'aatiif gibira gabbaruu dhooggee, ani Masiihii mooti'i ifiin jedhuun qanneerra» jedhaa isa himatiisatti ka'ane.