Luke 23:21 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Isaan ammoo, “Isa fannisi! Isa fannisi!” jedhanee ittuma hogisane.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Ammo gohani waan jed'ani, Maskali gubbati isa fannisi, isa fannisi.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
warrii ammoo, “Fannoo gubbaatti isa fannis, isa fannis!” jedhee itti iyyee.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Haa ta'uu ammo isaan «fannis! Fannis» jedhaa wocan.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Haata'uu ammoo isaan fannis! Fannis jedhaa wocan.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Ummanni garuu, «Fannisiin! Fannisiin!» jedha'aa ni iyye.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Isaan ammoo, «Isa fannisi! Isa fannisi!» jedhanee ittuma hogisane.