Luke 23:22 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Philaaxoos sadeessoo, “Maaf? Maan balleesse? Yakkaa muraa du'aatiin isa geettu isa irratti ani hin dhaggine. Tanaaf dhaansisee isa hiika” isaaniin jedhe.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Pilatoni maro sadeeso waan jed'eeni, Maafi akana? Waan hamtu maani tolche? Anini waan tokole ka inni duu maleefi ingarre. Tanaafi anini d'aane isa hiikha.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos marroo sadeessoo, “Maaliif? Waan hamtuu maan tolche? Anin waan tokkollee ka innii du'uu maleef hingarree, tanaaf anin dhaneetti isa hiika” jedhe.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Hennaa sadeesso'oof, «Badiin inni godhe maali'i? yakka du'aaf isa geessu isa irratti hin argine. Kanaafuu adabee hiika» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Hennaa saddaffaaf, «Badiin inni godhe maali'i? yakka du'aaf isa geessu isa irratti hin argine. Kanaafuu adabee hiika» isaaniin jedhe.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Philaaxos'llee yeroo sadaffaa titti akkana isaaniin ni jedhe, «Balleessaan naminni kun raawwate gonkumaa maali'i? Ani waan du'aan isa gayu womaayyuu isa irratti hin argganne, kanaaf dhaneenii gad ni dhiisaan» jedhe.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Philaaxoos sadeessoo, «Maaf? Maan balleesse? Yakkaa muraa du'aatiin isa geettu isa irratti ani hin dhaggine. Tanaaf dhaansisee isa hiika» isaaniin jedhe.