Luke 23:24 — Compare Translations

7 translations compared side by side

Oromo Bible (Guji) 2007
Maarre gaaffii isaaniitiif deebii kenniisaaf, Philaaxoos muraa kenne.
Oromo Bible (KITAABA WAAQA) 2019
Duuba Pilatoni aka waan worri fed'u tolchani mure.
Oromo Bible (Kakuu Haaraaka) - No Year
Philaaxos akka waan warrii fedhu tolchan mure.
Oromo Bible (Kitaaba Woyyuu) - No Year
Waan isaaniitiif dubbiin bulchoota gadootaallee jabaatee jennaan, Philaaxoos akka kadhaan isaanii ta'uuf isatti murteesse.
Oromo Bible (WAADAA LAMMATAA) 2013
Waan isaaniitiif dubbiin bulchoota gadootaallee jabaatee jennaan, Philaaxoos akka kadhaan isaanii ta'uuf isatti murteesse.
Oromo Bible (Waadaa Haarawa) - No Year
Sababa kanaan'llee wonitti isaan gaafatan akka isaanii raawwatamuuf, Philaaxos ni murtteesse.
Oromo Gujiii (KITAABA WOYYICHA) - No Year
Maarre gaaffii isaaniitiif deebii kenniisaaf, Philaaxoos muraa kenne.